
Spider Media
June 14, 2025 at 06:04 PM
🔴 Muftii Guddicha Oman 🇴🇲
Deebiin Iraan Iz*raeliif kennite onnee keenya qabbaneesse, diina dachee keenya qulqulluu wee*rarte irraa cal'isnee akka hin teenye haleellaa mirkaneesseedha jedhan Muftiin Oman Sheyik Ahmad bin Hamad Al-Khalili.
Itti dabaluudhaanis tarkaanfiin kun Fa*l💙as*xiin 🇵🇸 🤍 bilisa baasuufi gidira ummata Fa🇵🇸x'n irra ga'u xumuruuf daandii haaraa akka banus ibsaniiru jedha gabaasni Spider Media n Aljazeeraafi Almaayiidiin irraa arge.
Sheyik Ahmad Al-Khaliili goolama Ga*z💔za kaasuuf tattaaffii namoomaa taasifamaa jiru dinqisiifachuun, "konkolaattonni gargaarsaa adduunyaa mara irraa dhufanii, lafa jaallatamtuu Ga*💔zzaa ga'uun ulaa itti cufame banuu arguun kan hawwiin eegan ta'uu himaniiru.
© #amar_temam
#spidermedia